Oduu fi Beeksisa
Eebba Pirojektii Jallisii Qexoo
Feb 18, 2026
12 photos

Eebba Pirojektii Jallisii Qexoo

Project'n jallisii qexoo bakka ministeerri muummee biyyattii D.r Abiyi Ahimed akkasumas Peresidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi angaa'onni olaanoon biyyattii kana malees hooggantoonni Godinichaa bakka isaan argamanitti haala ho'aan eebbifameera.

Suuraalee (12)

Oduu Biroo

Mar 22, 2026

Eebba Pirojectii Misooma Kooriderii Magaalaa Gabaa Roobii