Oduu fi Beeksisa
Mar 22, 2026
6 photos
Eebba Pirojectii Misooma Kooriderii Magaalaa Gabaa Roobii
Misoomni Kooriderii Magaalaa Gabaa Roobii xiyyeeffannoo olaanaadhaan hojjetamaa ture Bakka Bulchaan Bulchiinsa Godina keenyaa Obbo Gammachuu fi Hooggantoonni Olaanoon Godinichaa argamanitti eebbifamee Hawaasaaf banaa ta'eera.
Suuraalee (6)